Xurree ittiin seenan

Breaking News

Walabummaan Gazexxesootaa Jiraachuu Nan Mirkaneessa:Maayik Paak


Kan safuutti cichan ogeessi fiilmii Maaykil Paak dhaabbata Yunaaytid Isteetis kan miidiyaa addunyaaf dhaabbate akka hooggananiif kaadhimamuu dhaan kaleessa senetii duratti dhiyaachuun dhuga ba’umsa kennanii jiran.

Kaadhimamaan kun prezidaant Doonaald Traamp tarii loogii dhiibbaa siyaasaa dhaabbatoota oduu kan akka VOA, kan seerri gabaasaalee loogii hin qabaanneef madaalawaa akka dabarsu eeyamu irra dhiibbaa kaa’uu malu jechuun yaaddoo jiru ilaalchisee dubbataniiru.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:40 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG