Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaa Waxabajjii Kudha Shaniin Wal Qabatee Qorannaan Geggeessamu Itti Fufee Jira: Komiishina Poolisii Federaalaa


Waxabajjii 15 bara 2011 Finfinnee fi Baahir Daaritti haleellaa raawwatametti aansee qorannaan geggeessamu itti fufee kan jiru ta’uu komiishinerri Poolisii Indeshaaw Xaasew VOAf ibsaniiru.

Qorannaan sun boodatti harkifate ka jedhus sirrii miti jedhan komishinerichi. Yeroo hanga tokko akka fudhatu illee ibsaniiru.

Poolisiin qorannaa jalqabamee ture ilaalchisuun ibsa kennuu isaa kan yaadachiisan komiishinerichi ennaa xumuramus qaama dhimmi ilaaluuf uummataaf ni ibsama jedhan.

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:30 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG