Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kutaa Mizuurii Keessatti Waggoota Shan Dura Hookkaraan Raafamtus Rakkon Jiru Guutummaan Hin Furamin Jira


Falmitoonni mirga murtii haqaa,dhimmoonni sasalphaan kanneen akka seera traafikii xixixiqqaa irra cehuu, namoota iyyeeyyii adabbii baasuu hin dandeenye gara yakkamootaatti jijjiiruu danda’a, jechuun komatu. Adabbii xiqqoo of irraa baasuu ennaa dadhaban, adabbiin itti dabalamaa deemee adabbii caalutti deema. Fakkaaeenyaaf, garee hawaasaa tokko faallaa humnoota seera hojii irra oolchanii dhaabachiisa. Kutaa Misuurii, magaalaa Furgson keessatti waggaa shan dura namni gurraachi hidhannoo hin qabne tokko, haala sanatti hidhata hin qabneen rasaasaan dhawamee ajjeesamuun, hawaasa gurraachaa fi poolisii gidduutti wal dura dhaabbannaa uumee, sadarkaa biyyaalessaa waliin dubbii uumee jira.

Gabaasaa Masuud Faariivar, Tujubee tu dhiheessa

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:29 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG