Fiigicha Irrechaa Ka Nagayaa Finfinneetti Geggeessametti Namoota 50,000 Ol Tu Hirmaate
Fiigicha Irrechaa ka Nagayaa Jalabultii Irrecha Hora Finfinee fi Hora Harsadeef Finffineettikaleessa geggeessametti namoonni kuma shantama (50,000) ol tahan hirmaachuun beekamee jira.
Fiigicha Irrechaa Ka Nagayaa Finfinneetti Geggeessametti Namoota 50,000 Ol Tu Hirmaate