Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ajjeechaa Naannoo Kibbaa, Godinaa Oomoo Keessaan Walqabatee Shakkamtoota 40 Tu Qabame


Naannoo Uummatoota Kibbaa, godinaa Oomoo keessatti, hojjetoonni warshaalee sukkaaraa ijaaran, yakki ajjeechaa kan irratti raw’atamaa jiru tahuu VOAtti dubbatan.

Waldaan hojjetootaa Korporeeshinii Sukkaaraa Itiyoophiyaas, hojjetoonni isaa ka jalaa ajjeesamaa jiran tahuu ibsee, “hojjetoonni tokko tokko, sodaatanii hojii gad-lakkisanii deemaa jiru,” jedha.

Biiroon Bulchiisaa fi Nageenyaa naannoo Kibbaa, torbanneen lama keessatti, namoonni yakka ajjeechaa fi yakkawwan ciccimootti shakkaman kanneen afurtama tahan qabamuu ibsee, godinaa sana humnoota seeraa ala hidhatan irraa bilisa gochuuf duulli jalqabamee jira, jedhu.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:43 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG