Xurree ittiin seenan

Breaking News

Uggura Nu Irraa Kaasaa:Prezidaantii Iraan


Gumii Tokkummaa mootummotaa irratti kan argaman Prezidaantiin Iraan Hassan Rohanii Robii har’a hanga uggurri nu irra ka’ame hojii irra olaa jiruutti Amerikaa waliin hin dubbannu jedhan.

Ituu uggurri nu irra jiruu yeroo tokko marii gaggeesinee turre.isa kana lamuu hin daballu. Kanaaf waadaa seentanti deebi’aati irri deebinee marii jalqabna jedha Rohaaniin.

Amerikaan walii galtee meeshaa Nukleeraa Iraan kan bara 2015 tolfamee keessaa bara darbee eega baatee booda industrii boba’aa Iraan ijoo ta’an irratti uggura keesse.

Iraan sana booda kanneen walii galtee sana mallatteessan seera ka’ame hin kabajnee jechuun ugguura irra kan ka’amee Sanaa cabsuun hojjataa jirti.

Uggurri irra ka’ame akka kaafamu barbaddi.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG