Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhaabatonni Chinaan Iraan Waliin Hidha Qabaachuun Uggura Hordofsiisa.Maayik Pompeeyoo


Dhaabattoota chaayinaa kanneen ituu beekanii Iraan irraa boba’aa deddebisanii irra Yunaaytid Isteetes uggura haaraa kan keessu ta’u beeksiifte.

Kana gochuun uggura Amerikaan keesse kan faalleessu waan ta’eef tarkaanfii fudhanna jedhan ministeerri haajaa alaa Amerikaa maayk pompeyoo.

Tarkaanfiin fudhatamuuf jiru kun lammiwwan chaayinaa 5 fi dhaabbattoota 6 ilaallata.Hojii gaggeessitoota kaampaanilee kana irras uggura ni keenya jedhan gumii Tokkummaa mootummotaa irratti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG