Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waa’een Maatiilee Barattoota Ol’aanaa Seenanii Foormii Mallatteessisuu Yaada Wal-falmii Kaase

Barattota dhaabbatoota barnootaa sadarkaa Ol’aanaatti galaniif akka maatiin foormii itti gaafatamummaa dursee malattessu taasisamuun yaada wal falmisiisaa ta'ee jira.

Ministarri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa gama isaan itti gaafatamumaa walinii uumuu fi haala baruu-barsiisuu mijeessuuf deemsichi dirqama jedha. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Waa’een Maatiilee Barattoota Ol’aanaa Seenanii Foormii Mallatteessisuu Yaada Wal-falmii Kaase
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:09 0:00


This item is part of
​
XS
SM
MD
LG