Xurree ittiin seenan

Breaking News

Maqalee Keesstti Leenjiin Kennamee Kan “MADDAMAR” Mormiin Isa Mudatee Jira


Magaala Maqalee
Magaala Maqalee

Waajjira IHAADIIG irraa leenjii waa’ee “ MADDAMAR” kennuuf kanneen torban dabree magaalaa Meqelee imalanii jiran leenjii kenname irratti hogganni naannoo mormee jira.

Angawoota sadarkaa olaanaa fi giddu galeessaa kan Adda Bilisumma Uummata Tigraay (TPLF)leenjii kenname kun caasaa ADWUI kan hordofee miti akkasumas yaada gartuu tokkoo miseensootaa fi hogganoota ka biro irratti fe’uu fi naamuusa paartii kan cabsee jedhan.

Waan adda addaa irraa yaada walitti fudhuun yaadii isaa illee maal akka ta’e haala hin beekamneen eenyuuf akka qabsaa’uu hin ibsu jedha.

Maqalee Keesstti Leenjiin Kennamee Kan “MADDAMAR” Mormiin Isa Mudatee Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:26 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG