WAASHINGITAN, DIISII —
Itoophiyaa Masrii fi Suudan hidha abbayaa waliin jaaruutti jiran. Ijaarsii kun amma gama Masriitiin falmii uumuutti jira. Masriin akka jaarsii araara addunyaa dubbii tana ilaaluuf feeti.
Itoophiyaan ammoo jechii Masriin kun waan hujii gufachiisaati jette.Yunaaytid Isteetes immoo biyyii sadeenuu akka faayidaa irra argatanittii wal hubachaa waliin hojjachuu malan jetti.
Waaltaa qorannoo tarsimoo kan Afrikaaf qorataa kan ta’an Jooseef Siiegel waliin marii gaggeeffame caqasaa.