Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganaan Al Qaaidaa Kan Asiyaa Keessaa Ajjeefamuutu Gabaasame


Hoogganaan al Qaaidaa kan Asia gma kibbaa Asim Omar baatii darbe michoota isaa kanneen biroo waliin baatii daerbe ajjeefamuu dhaabi tika nagaa Afgaanistan beeksisee jira.

Ibsa har’a ba’een duulli sun humnoota NATO hirmaachise ta’uun beekamee jira. Omar kan ajjeefame konyaa Musa Qala Helmand keessatti yoo ta’u lammiiwwan paakistaan dabalatee kanneen biroo to’annaa jala oolan illee ajjeefamanii jiran.

Omar lammii Hindii yoo ta’u Uttar Pradesh keessatti bara 1974 fi 1976 gidduu yeroo jiru dhalachuu isaa ministriin dhimma maallaqaa US beeksisee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG