Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiree muteeffanno uummata Sidaamaa Rawwachisuuf  Waan Gaafatamee Hin Dhiyaanne: Bordii Filannoo


Faayilii - Pireezdaantii Boordii Filannoo Itoophiyaa, Burtukaan Miidhaksaa
Faayilii - Pireezdaantii Boordii Filannoo Itoophiyaa, Burtukaan Miidhaksaa

Hiree muteeffanno uummata Sidaamaa rawwachisuuf galmee seeraa fi akkaataa hojii isaa qopheessaa kan jiru ta’u waajirri projeektiin kana rawwachuuf hundeeffame beeksisee jra.

Bordiin filannoo guutuu biyyaa torban kana ibsa baaseen yeroo karoorfameetti dursee qophii gochaa akka jiru garu mootummaan uummattoota gama kibbaa fi godinni Sidaamaa qopheessanii akka dhiyeessan kan gaafataman hariiroo bulchiinsaa fi qabeenya qoddachuu , dhimmi magaalaa Hawaasaa yeroo gaafatameetti hin dhiyeessiin akka jiran gabaasee ture.

Waajirri projeektii hundeeffamee akka jedhutti hojii duubatti hin harkiifamne garu rakkoon nageenyaa salphaa waan hin turreef dhibbaa inni godhe salphaa akka hin turre ibsee jira.

Bulchiinsii naannoos dursee nagaa argamsisuuf qiyyaafatee hojjataa akka ture ibsamee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG