Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mozaambiik Keessatti Uummanni Sagalee Kennaa Oolee


Mozaambiik Keessatti Uummanni Sagalee Kennaa OoleeMozaambiik Kibxata har’a filannoo walii gala gaggeessitee jirti.Kunis paartii biyyattiin eega bilisummaa ishee gonfattee as bulchaa jiru Frelimoof qormaata guddaa dha jedhu xinxaltoonni

Kunis paartii mormituu kan ta’e paartii Reenaamoo biraa dorgommii jabaatu isaan eeggata.Prezidaantiin biyyatti akka jedhanti filannoon gaggeeffamu itti dhiyeenyaan hordofamaa jira.

Garu gareeleen hawaasnii sivilii akka jedhanti namoonni filannoo kana hordofuu qaban kuma hedduun ehama isaan barbaachisuu aangawoonni hin kennineef.

Mozaambiik kaabaa keessatti lootee seentummaa jiru dabalaa adeemuun akkasumas filannoo dura duula filmaataa gaggeeffamee irratti haleellaan gaggeeffamuus biyyattiin nagaa filatti jedhan prezidaantiin biyyatti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG