Xurree ittiin seenan

Breaking News

Waa’een Injinar Taakkelee Uumaa Taayitaarraa Kaasuu Oduu Dharaa Ti, Jedha PDOn


Faayilii - Kantiiban magaala Finfinnee, Injinar Taakkelee Uumaa Ireecha Hora Finfinnee irratti yeroo haasaha godhan

Injinar Takalaa Uumaa angoo isaanii irraa kaafamuuf deemu kan jedhame soba jedha, Koreen Giddu-galeessaa Paartii Dimookiraatawa Oromoo yokaan PDO.

Namoonni dhimma kana keessa beekan garuu kaafamuun isaanii waan hin oolle jedhu.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Waa’een Injinar Taakkelee Uumaa Taayitaarraa Kaasuu Oduu Dharaa Ti, Jedha PDOn
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:17 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG