WAASHINGITAN, DIISII —
Koreen gidduu galeessa paartii Demokraatawaa Oromoo ykn ODP marii guyyoota lamaaf gaggeessaa ture kamiisa Onkolooleessa 17 bara 2019 xumuree jira.
Jajjabinaa fi hanqina paartiicha mudatee irratti dubbachuun murtoo dabarsee xumuruu isaa Obbo Addisuu Araggaa itti gaafatamaan waajira koree giddu-galeessa ODP Raadiyoo Sagalee Amerikaaf ibsanii jiru.
Gaaffii Fi Deebii Kutaa 1ffaa Caqasaa