Xurree ittiin seenan

Breaking News

Chiileen Sababaa Mormii Biyya Ishee Keessaaf Jecha Gumii Guruddoo Biyya Ishee Keessatti Deemuuf Ture Lama Hambiste


Chiileen wal ga’ii lama kan prezidaant Doonaald Traamp baatii dhuftu prezidaantii Chaayinaa Xi Jinping fi hoogganoota ka biroo waliin wal argan dabalatee wal ga’ii lama hambisuun ishee angawoota White House ajaa’ibee jira.

Prezidaantiin Chiilee Sebaastiyaan Pineeraa har’a akka labsanitti sababaa mormii farra mootummaa Santiaagoo keessatti geggeesamaa jiruu irraan kan ka’e biyyi isaanii gumii dinagdee kan biyoota Asia Pacific walakkeessa baatii sadaasaa akkasumas gumii dhimma jijjiirama qilleensaa jalqaba baatii mudee geggeessamuuf ture hafeera jedhan.

Pineraan tuuta oduuf ibsa kennaniin kun murtii cimaa dha jechuu dhaan kun qajeelfama ogumaan guutee irratti hundaa’ee ti jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG