Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paakistaan Waajjira Qoonsilaa Ishee Afgaanistan Jiru Cufte


T
T

Paakistaan sababaa nageenyaa jedhu kan adda hin baafaminiin waajjira qoonsilaa ishee magaalaa galma mootummaa Afgaanistan keessaa cuftee jirti.

Paakistaan akka jettetti waajjirri Kaabul hanga ibsi itti dabalaa kennamutti cufaatti tura.

Minsitriin dhimma alaa paakistaan akka jedhetti embasiin Afgaanistaan nageenya diplomaatota Kaabuul keessaa ilaalchisee yaaddoo hamaan jiraachuu beeksisee jira jedhan.

Hariiroon Paakistaan fi Afgaanistan yeroo dheeraa dhaaf muddama keessa jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG