Xurree ittiin seenan

Breaking News

Balaan Lolaa Somaaliyaa Mudate Lubbuu Hedduu Galaafate


Pirezdntiin Somaaliyaa naannoo lolaan itti dhaqqabe daawwatan
Pirezdntiin Somaaliyaa naannoo lolaan itti dhaqqabe daawwatan

Rooba yandoo guyyoota hedduuf robe Somaaliyaa waaltaa keessa yoo xiqqaate lubbuu namoota 21 yoo galaafatu laggeen guutanii gandeenii fi magaallaalee irra waan danbal’ianiif uummata nuusa miliyoonaa kanneen ta’an qe’ee ofii irraa godaansisee jira.

Lolaan bishaanii yeroo roobaa lammiiwwan Somaaliyaa kuma 270 qe’ee ofii irraa buqqaasuu isaa Mohammed Sheikh Nor Beledweyne irraa gabaaseera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG