Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hoogganaan Ripxe Loltoota Koongoo Hidhaa Waggoota 30n Adabame


Hoogganaa ripxe loltoota Koongoo duraanii Bosco Ntaganda
Hoogganaa ripxe loltoota Koongoo duraanii Bosco Ntaganda

Manni murtii yakka qoratu kan sadarkaa addunyaa hoogganaa ripxe loltoota Koongoo duraanii Bosco Ntaganda yakka waraanaa fi farra namoomaa dalaganiif hidhaa waggoota 30 itti muree jira.

Abboonni murtii ICC ajjeechaa, humnaan gudeeddii, quunnamtii saalaaf nama gabroomsuu fi ijooleee loltummaaf fo’achuu dhabalatee yakka 18n kan himatan baatii Adoolessaa keessa ture.

Ntagandaan baatii Bitootaessa bara 2013 qabee toannaa jala kan turan yoo ta’u yeroon kunis waggoota 30 irraa kan hir’atu ta’uun beekameera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG