Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sudaan Kibbaa Nageenya Eegsisuuf Barnoota Ga’eessotaa Jajjabeessaa Jirti


Sudaan Kibbaa walitti bu’iinsota waggoota kurnootaatii booda yeroo tasgabbaa’aa jirttu kanatti waa’een barnoota dhabiinsaa wal’aansoo guddaa itti ta’ee jira.

Sudaan Kibbaa addunyaa irratti biyya namni barate xiqqoon keessa jiraatu yoo taatu uummata ishee keessaa dhibba irraa harka 27 qofatu barreessuu fi dubbisuu danda’a jedhamee jira.

Rakkoo kana furuu dhaaf duula barnootaa kan ga’eessotaa guutummaa biyyattii keessatti jalqabanii jiru.

Sudaan Kibbaa Nageenya Eegsisuuf Barnoota Ga’eessotaa Jajjabeessaa Jirti
please wait

No media source currently available

0:00 0:01:54 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG