Xurree ittiin seenan

Breaking News

Barattoota Gadhisisuuf Hoong Koong Keessatti Yaalamaa Jira


Hoong koong keessa Yunivarsitii Polii Teekniik jedhamuu keessatti kanneen iggitaman gadhisisuuf polisii waliin waa’ee arraar buusuu dubbachuu isaanii prezidaantiin mooraa Sanaa ibsanii jiru.

Teng Guang akka jedhanti mormiitonni dhibba hedduu kanneen mooraa Yunvarsitii keessa iggitamanii jiran karaa nagaa akka ba’aniif ehamnii argamee jira.

Yoo hiriirtonni tuttuqqaa hin baa’iisan ta’e Polisiin humnaan gargaaramuu yeroof kan dhiise ta’u Teng dubbatan.Kana malees nagaan mooraa Yunivarsitii keessaa ba’anii gara buufata polisii yeroo deemanti isaan waliin akka deemaniifis ehama argachuu prezidaantichii Yunivarsitii ibsanii jiru.

Araarrii kun yoom akka rawwachuuf jiru hin beekamiin jira.

Barattonni mormii dhageesisaa turan hangi tokko yunivarsitii polisootaan marsamee keessaa miliqanii ba’uuf kan yaalan yoo ta’u achii keessatti iggitamuun isaanii guyyaa lammaffaa qabatee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG