Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gazexxeessaa Gameessi Itiyoophiyaa Du’an Boqotan


Gazexxeessaa gameessaa fi Diploomaatii kan turan Ahaaduu Saaburee
Gazexxeessaa gameessaa fi Diploomaatii kan turan Ahaaduu Saaburee

Gazexxeessaa gameessaa fi Diploomaatii kan turan maqaa addaa Ahaaduu Saaburee jedhamuun beekaman dhukkubsatanii wal’anamaa eega turanii booda umrii isaanii 94tti du’an boqotanii jiru.

Bara bulchiinsa mootii Haayle Silaasee itti gaafatama mootummaa kan sadarkaa adda addaa irra hojjataa kan turan Ahaaduu Saaburee Yunaaytid Isteets Loos Anjalas keessatti du’anii achuumatti sirnii awwaalacha isaanii rawwatamuu Oduu Gabaasaan keenya Daani’eel Araagaaw gabaasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG