Xurree ittiin seenan

Breaking News

Filannoo Hiree-murteeffannaa Uummata Sidaamaaf Boor Deemsisamuuf Qophiin Xumurame Jedhame


Adabaabaayii Summuuddaa, Hawaasaa

Filannoo Hiree Murteeffannaa Uummata Sidaamaa boru geggeeffamuuf qophiin gama maraan xumurameera, adeemsi tures naga-qabeessa ture jedhan.

Bulchaan Godina Sidaamaa obbo Dastaa Leeddaamoo.Namootni filachuuf kaardii fudhatan hagi tokko deemsi haga ammaa nagaa tahuu isaa fi booris sagalee isaanii kennuuf qophaa'uu isaanii dubbatan.

Filannoo Hiree-murteeffannaa Uummata Sidaamaaf Boor Deemsisamuuf Qophiin Xumurame Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:05 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG