Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchaan Godinaa Sidaamaa Kanneen Filannoon Hiree-murteeffannaa Akka Nagaan Xumuramu Gargaaran Galateeffatan


Bulchaan Godina Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoo
Bulchaan Godina Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoo

Bulchaan Godina Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoo, qaamolee Filannoon Hiree Murteeffannaa nagaan akka xumuramu gumaachan galateeffatanii jiran.

Ba’iin filannoo buufataalee Filannoorratti maxxanfame, lakkoobsi irra-caalaan mallattoon Shaafetaa kan akka Naannoon Sidaamaa hundaa’u filatanii agarsiisu tahuu Buufataalee Filannoorra naanna’ee arguu isaa, dubbate – gabaasaan keenya filannoo sana hordofuuf Hawaasaatti argamu.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Bulchaan Godinaa Sidaamaa Kanneen Filannoon Hiree-murteeffannaa Akka Nagaan Xumuramu Gargaaran Galateeffatan
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:27 0:00


XS
SM
MD
LG