Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gamtaa Taajjabdootaa: Hanqinni Xixiqqaan Jiraateyyuu Filannon Hiree Murteeffannaa Sidaamaa Nagaan Xumurame


Gamtaa Taajjabdoota Filannoo

Hanqinni Xixiqqaan Jiraateyyuu Filannon Hiree Murteeffannaa Sidaamaa Nagaan Xumuramuun Waan Gaarii Mul’ate Tahuu Beeksise Gamtaan Taajjabdoota Filannoo

Gamtaan Gareelee Taajjabdoota Dhaabbilee Siivilii, filannoo Hiree Murteeffannaa Godinaa Sidaamaa ilaalchisee har’a barreeffamaan ibsa baasee jira.

Daa’imman umuriin isaanii filannoof hin ga’iin bakka itti sagalee kennan taajjabuu isaa akka hanqinaatti kan kaase yoo tahu filannichi nagaan xumuramuu isaa fi sababaalee ka biroo akka cimina deemsa filannichaatti hubachiisee jira – Gareen Taajjabdootaa kun.

Gamtaa Taajjabdootaa: Hanqinni Xixiqqaan Jiraateyyuu Filannon Hiree Murteeffannaa Sidaamaa Nagaan Xumurame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:16 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG