Xurree ittiin seenan

Breaking News

Yunaaytid Isteetes Ambaasaaddara Ishee Sudaan Kibbaa Irraa Waamtee Jirti


(Suuraa faayilii)
(Suuraa faayilii)

Sudaan Kibbaa keessatti gareeleen wal waraanaan walta’uun mootummaa akka dhaabaniif bellamnii kenname sadaasa 12 waan darbeef jecha Amaabaasaddarichi waamamuu isaanii ministriin dantaa alaa Amerikaa beeksisee jira.

Ambaasaaddar Thoomaas Hushek akka jedhanti hariiroo Amerikaan mootummaa sudaan kibbaa waliin qabdu keessa deebi’anii ilaaluuf ta’u ibsan.

Ministreerri dantaa alaa Amerikaa Maayik Pompeeyoo Twitarii irratti akka barreessanti Sudaan Kibbaa keessatti nagaan bu’e ce’umsii siyaasaa milkaa’iina qabu argamsisuuf kutaa sana waliin hojjanna jedhan.

Ministriin dantaa alaa Sudaan Kibbaa gama isaan ibsa baaseen Amerikaa waliin amma iyyu qunnamtii qabna jedha.Ejjennaan keenya isuma duraati. Hariiroo gaarii qabna jedhee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG