Xurree ittiin seenan

Breaking News

Lammiwwan Kongoo Mufannaa Dhageesisaa Jiru


Mooraa Tokkummaa Mootummootaa Beenii, Sadaasa 25, 2019.
Mooraa Tokkummaa Mootummootaa Beenii, Sadaasa 25, 2019.

Ripaablikii Dimokraatawaa Kongoo gama bahaa magaalaa Benii keessatti Riphxee looltonni namoota 8 waan ajjeesaniif jecha jiraattonni mufannaan mormii dhageesisaa turan Wiixata kaleessaa galma magaalatti keessaa ibidda itti qabsisanii jiru.

Sana booda kanneen mufannaa dhagesiisan kun gara mooraa Tokkummaa mootummotaa kannen imala nageenyaaf handaara magaalatti qubatanti qajeelan.

Hiriirtonni hanga tokko akka jedhanti jarreen nageenya eegsuuf bobba’an kun gadhisanii akka deeman barbaadu.Sababaan isaas haleellaa riphxee looltootaa ittisuun nageenya jiraattotaa eegsisuu hin dandeenye jedhu.

Magaallai Beni lafa weerara dhukkuba Ibolaa ta’uun beekamti.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG