Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koloneel Gammachuu Ayyaanaa Utuu Hin Se’in Maqaan Koo Warra Hiikaman Waliin Waamame Jedhan


Koloneel Gammachuu Ayyaanaa
Koloneel Gammachuu Ayyaanaa

Aangwaan waraanaa Adda Bilisummaa Oromoo duraanii Koloneel Gammachuu Ayyaanaa shoroorkeessummaa fi saamicha baankilee Lixa Oromiya qindeessuun shakkamanii hidhaa baatilee 11 booda gadhiifamanii jiru.

Beellamni koloneel Gammachuu fi namoota 19 isaan waliin galmee tokko irratti himataman akka lakkoofsa Itoophiyaatti Muddee 21bara 2012 kan bellamamee kan qabameef yoo ta’u/ Konoleel Gammachuun gaafa Muddee 14/2012 hiikaman jedhan Abukaatoon isaanii Dr. Tokkummaa Dhaabaa.

Abbaan alangaa himata addaan kutuuf mirga qaba, sababa maalinis jedhamee hin gaafatamu. Haalli konoleer Gammachuun itti hiikamanis kanumaan wal fakkaata jechuun Raadiyoon Sagalee ameerikaatti himan Abukaatoon kun.

please wait

No media source currently available

0:00 0:04:11 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG