Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dirree Dawaa Keessatti Hiriirri Mormii Har’a Gaggeeffamee Jira


Magaalaa Dirree Dhawaa
Magaalaa Dirree Dhawaa

Bulchiinsa naannoo Amaaraa Magaalaa Moxaa keessatti Masjiidi gubamuu isaa mormuun haawaasnii musleemaa kan magaalaa Dirree Dawaa har’a hiriira nagaa ba’uu isaanii Addis Cheekol gabaasee jira.

Hiriirri Jimaata darbeef waamamee ture sababaa gaafa sana ayyaanni Qullubbii Garbreel waan kabajamuuf jecha har’atti darbe.

Kallattii Arfanii kuma hedduutti kanneen lakka’aman uummanni Dirree Dawaa dhaadannolee adda addaa dhageesisuun gara dirree solaata Idaa irratti wal ga’an.

Iddoo sanatti kanneen argaman abbotii amantii fi hogganoonni siyaasaa hiriirtootaaf haasawaa dhageesisanii jiru.Kantibaan bulchiinsa Dirree Dawaa Ahmed Mohammed Buh Moxaa keessatti masjid gubamuu balaaleeffatanii uummanni musleemaa garu Kristaanootaa eeguu qaba jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG