WASHINGTEN DC —
Dhaabileen siyaasaa sagantaalee fi kaayyoo isaanii karaa sabaa himaa akka ibsan gochuuf sagantaan ba’u isaa/ abbaan aangoo Broodkaast kan Itiyoophiyaa beeksisee jira.
Filannoo guutuu biyyaa yeroo gaggeeffamu/ maxxansaaleenis ta’an tamsaasa kallattii gaggeeffamu duula na filadhaa paartilee siyaasaaf oolchu jedhameera.