Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ministarri Galiwwanii Itiyoophiyaa Eksaayiz Taaksii Fooyeessame Irratti Ibsa Kenne

Wixineen labsii eksaayizii taaksii fooyyeffamee akka haaraatti bahe meeshaalee tokko tokko irratt hir’ifama gatii fiduu akka danda’u Ministarri Galiiwwanii beeksiseera.

Eksaayiz Taaksiin omishaalee bu'uraa irratti bufame keessa-deebiin ilalamuu qaba jedhan oggessi diinagdee Raadiyoo Sagaalee Ameerikaaf yadaa kennan.

please wait

No media source currently available

0:00 0:06:26 0:00


This item is part of
XS
SM
MD
LG