Xurree ittiin seenan

Breaking News

Namnii yeroo Dheeraaf Al-Shabaab Al-Shabaab Waliin Ture Mootummaa Somaaliyaatti Harka Kennate


(suuraa faayilii)
(suuraa faayilii)

Namnii Zubair Al- Muhajir jedhamu Al-Shabaabti makamuuf jecha biyya Landan irraa bara 2006 gara Somaaliyaatti imalee kaawunsilii abbotii amantii Shura jedhamu seene.

yeroo dheeraaf waraanaa kan ture Zubair yeroo ammaa garu mootummaa Somaaliyaa Moqadishoo jiruutti harka kennatee jira.Sababaan harka kenneefis al shabaab musleemootaa fi addunyaa sobaa waan jiraniif jedhe.

Seera sheriyaa hojii irra akka oolchan dubbatan iyyu garu soba jedhe. Sabaabaan isaas yeroo waan seera sheriyaan faallaa ta’e hojjatanii argeen jira jedhe.

Angawoonni Somaaliyaa fi miiseensonni al-shabaab kanneen ammaan dura mootummaatti harka kennatan Zubir mootummaatti harka kennachuu isaa mirkaneessanii jiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG