Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ameerikaan Yukreeniin Gargaaruuf Cicha Qabdu Itti Fufuu Beeksiste


Ameerikaan cicha Yukreeniif qabdu haaressuu ishee ministriin dantaa alaa Maayik Pompeeyoo har’a biyyattii ennaa daawwatan beeksisaniiru.

Yunaayitid Isteetis Ykreen walabummaa, dimokraasii fi badhaadhinaaf qabsoo isheen gootu cimina ishee agarsiisa jedhan Pompeon. Deggeruuf cicichi nuti qabnu illee hin jijjiiramu jedhan.

Prezidaant Traamp prezidaantiin Ykreen Volo-dymyrr Zelenzkiy mormituu isaanii itti aanaa prezidaan Joo Baayden fi ila isaanii Hanter kan kampanii Yukreeniif hojjetan akka qorataman dhiibbaa irra kaa’an jedhamuun himataman.

Poompeeyoon ennaa daawwannaa isaanii har’aa deggersa waraanaa biyyattiif kenname qabamuu isaa fi daawwannaa Zelenskiyii kan White House dhimma qorannaa Baaydenittii hidhata qabaachuu haalaniiru.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG