Xurree ittiin seenan

Breaking News

"Somaaliyaa Irraa Liqaan Maallaqaa Jiru Ka’u Qaba"


Angawoonni Somaaliyaa gama dinagdee fi caasaa dhaabbattoota addaan jijjirama erga argamsisanii booda biyyattii irraa liqaa akka ka’uuf kan guuttee ta’u Boordiin walii gala kan Dhaabata Maallaqa Addunyaa ykn IMF fi Baankiin Addunyaa kaleessa labsanii jiru.

Biyya alaa irraa Somaaliyaaf liqaan dhaabatoota adda addaa irraa kenname Doolaara Biliyoona shan caalaatti kan shallagamuu ta’uun ibsamee jira.

Biyyi qofaa ishee Somaaliyaa irraa liqaa guddaa qabdu Amerikaa ta’u fi innis Dolaara Biliyoona tokko ta’uun ibsamee jira.Bordiin walii gala kan dhaabbattoota maallaqa addunyaa lameen eega walgahii gaggeessee booda ibsa Guraandhala 12 fi 13 baaseen biyyoota hiyeeyyii kanneen liqaa guddaan irra jiru fi akka dhiifamuuf ulaagaa guutan keessaa Somaaliyaan tokko ta’u beeksisee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG