Xurree ittiin seenan

Breaking News

Koree Giddu-galeessaa TPLF: Itiyoophiyaan Daandii Badisaa fi Addaan Faca’uutti Qajeelaa Jirti


Itiyoophiyaan daandii badisaa fi addaan faca’uutti qajeelaa jirti – jechuun, Koreen Giddu-galeessaa Adda Bilisummaa Uummata Tigriraay (TPLF) ibsa baaseen beeksisee jira.

Paartichi waggaa 45ffaa hundeeffama isaa Guraandhala 11 ilaachisuudhaan ibsa baaseen kana beeksise. Miseensota isaa gameeyyiifis badhaasa kennee jira.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG