Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiriira Deggersa Badhaadhinaa Gambeellaatti Geggeessame


Hiriira Deggersa Badhaadhinaa Gambeellaatti Geggeessame

Hiriirri Muummee Ministiraa Abiyyi Ahmadii fi paartii Badhaadhinaa deggeru har’a magaalaa Gaambeellaattis geggeeffameera.

Hiriira kanarratti kan hirmaatan hoogganaan Itti-aanaa Biiroo Nagaa fi Tasgabbii Naannoo Gaambeellaa Obbo Ootowu Ookot badhaadhinni Diimookiraasii fi Sirna Federaalizimii dhugaa mirkaneessa, jedhan. Caqasaa.

Hiriira Deggersa Badhaadhinaa Gambeellaatti Geggeessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:08 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG