Xurree ittiin seenan

Breaking News

Falmii Kaadhimama Filannoo Yunaayiti Isteetis Irratti Maayikil Bluumberg Tu Ilaalcha Hawate


Maayikil Bluumberg

Bulchaan magaalaa New Yoork duraanii fi duuressichi – Maayikil Bluumberg, eega aangawoonni isaanii, ka Dimookiraatotaaa ulaagaalee itti laaffisanii fi lakkoobsa yaada uummataa Kibxata dheengaddaa gad-lakkisameen, dorgomaa dursaa jiran – Seneetara Vermont Bernii Saandersitti aananii sadarkaa lammaffaatti bahanii booda, wal-falmii Madda-oduu NBCn geggeessametti akka hiraatan taasisame.

Yeroo tokko miseensa paartii Ripublikaanii ka turanii fi amma paartii dimookiraatotaaf ka dorgoman – Bluumberg, dorgommii isaanii dhaadhessuu fi prezidaant Traamp madaaluuf maallaqa dhuunfaa isaanii miliyoona hedduu itti baasan. Gabaasaa guutuu caqasaa

Falmii Kaadhimama Filannoo Yunaayiti Isteetis Irratti Maayikil Bluumberg Tu Ilaalcha Hawate
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:14 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG