Xurree ittiin seenan

Breaking News

Vaayrasiin Koronaa Daldala Irratti Rakkoo Umee jira


Dhiibbaa vaayrasiin Koronaa geesisaa jiruun gatii daldala gabaa addunyaa fi gatii zayiita boba’aa har’a kuffisee jira.Gama Kaaniin dhukkuboonni daariqaa ykn infeekshiniin chaayinaan walgahii ishee waggaa yeroo kan biraatti akka dabarsitu gochuun addunyaa irratti soda nageenyaa uumee jira.

Gabaan daldala addunyaa inni Neew Yoork keessa jiru 100 keessaa harka 2.5 kan kufee yoo ta’u kunis gabaan Awuroopaa keessaa akka hamaatti eega kufee booda.

Gabaan biyyoota Eshiyaas keessaa garu hanga tokko qofa kufe.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG