Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gabaan Addunyaa Sababaa Vaayiresii Koronaan Gad Bu’e


Sababaa yaaddoo vaayiresii Koronaan kan ka’e gabaan daldala addunyaa har’a gad bu’ee jira.

Caasaaleen dhiyeessii gabaa gufatanii jiran, uggura imalaa dhaqqabsiiseera, walumaa gala daldala naannoo addunyaa kan jiru waliin dha’uun isaa gabaasameera.

Dow Jones Industrial dhibba irraa harka 3.8n kan gad bu’e. Torban kun akka isa waggoota 12 dura sadarkaa aduunyaatti mudatee turee rakkoon maallaqaa akkaan kan hammaatu ta’uu xiinxaltoonni ibsaa jiran.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG