Xurree ittiin seenan

Breaking News

Afrikaa Keessatti Dhibeen Koronaavaayires Otuu Hin Mul’atiin Turuun Qophaa’uuf Carraa Gaarii Kenneef


Miseensi humna waraanaa Nayjeeriyaa oo'a qaama namoota biyyittii seenaanii yeroo sakata'u, Guraandhala 28, 2020, Naayjeriya
Miseensi humna waraanaa Nayjeeriyaa oo'a qaama namoota biyyittii seenaanii yeroo sakata'u, Guraandhala 28, 2020, Naayjeriya

Caasaan Fayyaa Afrikaa keessaa rakkisaa tahuu mala yeroo jedhamaa jiru kanatti, biyyoonni Afrikaa dhukkuba Koronaaviirus irraa of baraaruuf carraaqaa jiran. Dhukkbichi ardittii keessatti dafee mul’achuu dhabuun akka biyyoonni qophaa’uuf yeroo kenneef jedhama.

Oduu har’a dhaqqabeen immoo, Naayijeriyaa keessatti dhukkubichi nama tokko irratti mul’achuun himamee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Afrikaa Keessatti Dhibeen Koronaavaayires Otuu Hin Mul’atiin Turuun Qophaa’uuf Carraa Gaarii Kenneef
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:19 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG