Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gaazzexeessonni ONN Lama Humnoota Mootummaan Hidhamuu Dhaabbatichi Beeksise


ONN
ONN

Dhaabbatni Televiiszyoonaa “Oromiyaa Niwus Neetwoork” yokaan ONN jedhamu mootummaan Gaazexeessota lama na jalaa hidhe, jedha.
Daarektarri Ol’aanaan dhaabbatichaa, Obbo Soorsaa Dabaflaa, VOAtti akka himanitti, gaazexeessonni hidhaman lamaan Dasuu Duulaa fi Waaqoo Noolee ti.

Mootummaan naannoo Oromiyaa immoo gama isaatiin gaazzexeessonni lameen sababa ogummaa isaaniin wal-qabateen osoo hin taane yakkatti shakkamanii ti, jedha.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Gaazzexeessonni ONN Lama Humnoota Mootummaan Hidhamuu Dhaabbatichi Beeksise
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:39 0:00


XS
SM
MD
LG