Xurree ittiin seenan

Breaking News

Angawoonni Sudaan Kibbaa Gara Biyya Biraatti Imaluu Hin Qaban:Saalvaa Kiir


Prezidaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir faca'iina vaayrasii Koronaa ittisuuf jecha qajeelfama haaraa kan imala ugguruu fi ministeeroota muudaman dabalatu labsanii jiru

Kiir miseensoota kaabinee isaanii kanneen haaraa muudaman kakatanii aangoo yeroo qabataniitti haasawaa dhagesiisaniin sudaan kibbaab ala eessatti iyyu imaluun dhorkaa ta'u fiDiploomaatonni imala irra jiran biyyatti akka deebi'an ajajan.

Angawoonni gameeyyiin biyyoota vaayrasiin koroonaa keessatti argame keessaa deebi'an mana ofii keessatti qofaa akka turan akkasumas walii galaan qophiin uummata walitti fiduu kam iyyu dhorkaa ta'u ibsanii jiru

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG