Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qophiin Uummata Wal Agarsisuu Dhaabachuu Qaba. Masaraa Waayit Haawus


Uummanni yunaaytid states walitti qabamuu danda'uu lakkobsaan kudhan caaluu akka hin qabne masaraan Waayit Hawuus gabaasee jira.

Vaayrasiin Koronaa yeroo faca'aa jiru kanatti kana ittisuun itti gaafatama nama hundaa ta'u Prezidaant Traamphubachisanii jiru.

Vaayrasiin kun hanga baatii Adooleessa ykn Hagayya dhufu sana caalaas turu mala tilmaamni jedhu jira jedhan Traamp

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG