Xurree ittiin seenan

Breaking News

Daldalli Addunyaa Itti Fufuun Gad Kufaa Jira

Daldalli gabaa addunyaa kan Yunaayitid Isteetis Wiixata kalessaa kufaatiin isa mudat jira. Kunis daldalli gabaa addunyaa addaan cita soda jedhu addunyaa irratti uumee jira. Baankiin qusannaa federaalaa dhala akkaan gad buusuun yaaddoo investerootaa kanneen daddaaqama dinagdee sadarkaa addunyaan jeeqamanii xiqqeessuu hin dandeenye.

Daldalli Addunyaa Itti Fufuun Gad Kufaa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:23 0:00


XS
SM
MD
LG