Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gatiin Gabaalee Addunyaa Guguddoo Wal-makaa Tahee Oole


Yaaddoo vaayiresii Kornaa irraa kan ka’e yeroo haalli dinagdee guutummaa addunyaa irratti mamsiisaa tahetti yeroo investaroonni yaaddoo irra jiraniitti, gatiin gabaalee addunyaa guguddoo har’a wal-makaa tahee oole.

Gatiin gabaa Jaappaan, kan Niike’ii ganama gaariidhaan jalqabee gara guyyaa ammoo gad sigigaate, dhuma irratti kufina dhibba irraa harka tokkootiin cufame. Gatiin gabaa Hang Seng, kan Hong Kong immoo dhibba irraa harka lamaan kufe. Kan Chaayinaa, Shaangaa’is dhibba irraa harka tokkoon.

Yeroo gabaaleen sun Kamisa har’aa banamanitti, hegereen Yunaayitid qabdu, kasaaraa haga xiqqoo agarsiisa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG