Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ameerikaan Faca'insa Vaayrasii Koronaa Dhaabuuf Gargaarsa Raayyaa Ittistaa Fayyadamuu Murteessite


Prezidaantiin Yunaayitid Isteetis fi hoogganoonni mootummaa guutummaa biyyattii keessa jiran, faca’insa Vaayiresii Koronaa dhaabuuf carraaqqii godhaa jiraniif, gargaarsaaf fuula isaanii gara raayyaa ittisaa biyyattiitti deebifatanii jiran.

Peentaagon garuu, taayitaaleen hooggansaa hedduun yeroo eeggattootaan bakka-buufamanii jiran ammallee akka hin guuttatiin dubbatama.

Prezidaant Traamp, raayyaa ittisaa haaromsanii addunyaa irratti humna gita hin qabne gochuuf akka maallaqa baajetaa guddaa Ramadan dhaadataa jiran.

Gama biraan garuu, mootummaan isaanii fi manni-maree murtii seeraa biuyyattii, taayitaalee aangawoota siiviliin qabatamuu malan guutuu irratti boodatti harkifachuu tu bulchiisa Pentaagon keessatti qaawwaa baay’ise – jedhama.

please wait

No media source currently available

0:00 0:02:40 0:00


Yaada kenni

XS
SM
MD
LG