Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jaappaan Olomikii Tookiyoo Kan Bara 2020 Itti Fufuuf Dungoo Qabsiifte


Olompikii jaappaaniif dungoon qabsiifamu har’a Jaappaaniin seenee jira. Meedaala warqee yeroo sadii kan injifatan Saoorii Yooshiidaa fi Tadaahiiroo Nomuraa dungoo oplomikii Tookiyoo kan bara 2020 qabsiisaniiru.

Xayyaarri dungoo sana baatte Greece irraa maadhee qilleensaa Jaaoppan kan Matsushimaa qubatee jira. Xayyaarri sun namni hagas keessa hin turre, sababiin isaas koreen olompikii Tookiyoo kan bara 2020 sababa weerara Koronaan kan ka’e jiloota sadarkaa ol aanaa akka hin ergine murteessee jira.

Yaada kenni

XS
SM
MD
LG