Xurree ittiin seenan

Breaking News

Bulchiinsi Naannoo Tigraay Labsii Yeroo Hatattamaa Labsee Jira

Magaala Maqalee
Magaala Maqalee

Faca'iina vaayrasii koronaa ittisuuf jecha labsiin yeroo hatattamaa labsamuun kan gabaafame yoo ta'u kunis heera Itiyoophiyaa keeyyata 93-B irratti hirkachuun ta'uun ibsamee jira.

Kunis bulchiinsonni naannoo balaan uumamaa ykn weerarri dhukkubaa yeroo dhaqqabu naannoo isaanii mara keessatti labsii kana labsuu akka danda'an lafa kaa'ee jira jedhameera.

This item is part of
XS
SM
MD
LG