Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wellistoonni Afriikaa Gama Wallee Isaanii Waa’ee Koronaa Hubannoo Kennaa Jiran 


Muuziqaan yeroo baay’ee Afaan hundi itti walii-gallu jedhama. Artisoonni Afrikaa, yeroo vaayiresiin Kornaa Addunyaa irra babal’atee jiru kanatti, dhaamsa lubbuu oolchuuf gargaaru dabarsuuf carraaqaa jiran. Guutummaa ardittii keessaa weellistoonni walleelee waa’ee namoonni wal irraa fagaachuu, mallattoo vaayiresii koronaa fi harka dhiqachuu ilaalchisee weellisaa jiran. Kun martinuu dhibee ittisuuf odeeffannoo barbaachisu uummataan ga’uuf jecha. Artistiin Ugaandaa fi leellisaan siyaasaa Bobi Wine gorsa of eeggannoo qabuun jalqabe.

Bob akka jedhetti oduu hamaan namni hunduu vaayiresii kanaan qabamuun carraan isaa guddaa dha, oduu gaariin garuu namni martinuu furmaata ta’uu danda’a jedhe.

Weellisaa Nubiyaan li jedhamuun wal ta’uu dhaan vaayiresii koronaa ilaalchisee muuziqaa dadammaqsu baasanii jiru. Ergaa salphaa fi nama jajjabeessu of keessaa qaba. Gabaasaa Saalem Solomon, Tujubee tu dhiheessa.

Wellistoonni Afriikaa Gama Wallee Isaanii Waa’ee Koronaa Hubannoo Kennaa Jiran
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:23 0:00


Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG