Xurree ittiin seenan

Breaking News

Afrikaan Kibbaa Sagantaa Qorannoo Vaayrasii Koronaa Labsitee Jirti

Jiraattota magaala Johaansbargi naannoo Hilbroo jedhamuu
Jiraattota magaala Johaansbargi naannoo Hilbroo jedhamuu

Namoota vaayrasii koronaan qabaman kuma tokko qabaachuun ishee kan mirkanaa'ee Afrikaan kibbaa manaa gara manaatti deemuun uummataaf qorannaan akka gaggeeffamuuf prezidaantiin biyyatti Wiixata kaleessaa galgala labsan.

Hpjjatonni eegumsa fayyaa kuma kudhan ta'an guyyoota hanaga tokko booda hojii kana jalqabu.

Afrikaan kibbaa vaayrasii koronaa akka hin facaane gochuuf uummanni guyyoota digdamii tokoof mana ofii keessa akka turan labsitee turte

This item is part of
XS
SM
MD
LG